Fooramiin daldala Idil- Addunyaa Finfinneetti taa’amuf

Fooramiin daldala alaa idil addunyaa 19ffaan magaalaa Finfinneetti taa'amuufi.

Fooramiin daldala alaa idil addunyaa 19ffaan magaalaa Finfinneetti taa’amuufi.

Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii FDRI fi Wiirtuun Daldalaa Idil Addunyaa Gamtaa Afrikaa waliin ta’uun fooramicha qopheessuuf waliigalaniiru.

Image may contain: 2 people, people smiling, people standing, stripes and screen

Waliigaltichas ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii aadde Fatlawarq G/igzi’aabheerii fi daayreektarri olaantuu Wiirtuu Daldala Idil Addunyaa Eraanchaa Gonzaaleez mallatteessaniiru.

Fooramichi baatii Faranjootaa Sadaasa 18 amma 22,2011tti gaggeeffama.

Hoggansi biiznasii, qopheessitoonni imaammataa, ogeeyyiin daldalaa kumni 1 ol kan hirmaatan ta’uun ibsameera.

Facebook Comments