Chaayinaan deeggarsa namommaa kennite

Chaayinaan deeggarsa namommaaf kan oolu qamadii fi Ruuzii meetirik toonii kuma 9 kennite.

OBN Ado. 26, 2011 -Chaayinaan Itiyoophiyaaf deeggarsa namomaaf nyaataa Meetirik toonii Kuma 9 kennite.

Image may contain: 3 people, people sitting, table and indoor

Sirna wal harkaa fuudhinsaarratti Ministir Deetan Faayinaansii Obbo Admaasuu Nabbeebee, hogganaan Koomishinii Sodaa Balaa Biyyaalessaa Koomishinar Mitikkuu Kaasaa fi Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Taan Jiiyaan argamaniiru.

Deeggarsi namommaa kun lammiilee sababoota adda addaan buqqa’anii fi naannoolee sababa Iliinoon miidhamaniif kan oolu ta’uun himameera

Facebook Comments