Ergaa baga gammaddee

Hoggantoonni Biyyoota adda addaa, Idil-Addunyaa fi namoonni bebbeekamoo Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimadiif ergaa baga gammaddee dabarsaa jiru.

OBN Ful. 30, 2012 – Pireezidaanti Laayibeeriyaa Goorjii Wiiyaa Komiishinara komiishinarii Gamtaa Afriikaa Muusaa Faakii Mahammaat, Pireezidantii Somaaliyaa Mohammad Abdullaahii Farmaajoo, Nelson chamisa, Filippo Grandi, Biiroo haaja alaa Jaarman, Feedirika Moogiheerin, Andiiriw Stirooholiin karaa toora Tuuterii isaaniin ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Image may contain: 1 person, smiling, textImage may contain: 1 person, text
Facebook Comments