Jilli Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Obbo Lammaa Magarsaan durfamu Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Faraansi Filoorans Paarlii waliin mari’atan.

Jilli Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Obbo Lammaa Magarsaan durfamu Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Faraansi Filoorans Paarlii waliin mari'atan.

 

 

OBN Amajji 23,2012- Jilli Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Obbo Lammaa Magarsaan durfamu Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Faraansi Filoorans Paarlii waliin mari’atan.

Jilli Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Obbo Lammaa Magarsaan durfamu daawwaannaa hojiif Firaansi jira

Marii kanaanis humna galaanaa Itiyoophiyaa hojii keessa galchuu fi humna qilleensaa Itiyoophiyaa ammayyeessuuf waliigalaniiru.

Jilli kun Ministira Deetaa Dhimma Alaa Faraansi Zyiyaan Baabtiist Leemoyn waliinis mari’atanii turan.

Facebook Comments