Ministirri Muummee, Dr.Abiyyi Ahimad daawwannaa  guyyoota sadiif gara Yuunaayitid Arab Emireetitti imalan.

Ministirri Muummee, Dr.Abiyyi Ahimad daawwannaa  guyyoota sadiif gara Yuunaayitid Arab Emireetitti imalan.

 

 

OBN Gur 5,2012- Ministirri Muummee, Dr.Abiyyi Ahimad daawwannaa  guyyoota sadiif gara Yuunaayitid Arab Emireetitti imalan.

Turtii isaaniin lammiilee Itiyoophiyaa biyyoota Giddu Gala Bahaa jiraatan waliin dhimma haala biyyaa fi mirgaa fi faayidaa lammiilee biyyoota giddugala Bahaa jiraatan eegsisuun dandaa’aamurratti ni mari’atu jedhamee eegamaa. Akaaluu Baqqalaatu gabaase.

Facebook Comments