Pireezedaant Doonaald Tiraamp daawwannaa hojiitiif Indiyaa galan.

daawwannaa hojiitiif Indiyaa galan.

Pireezedaant Doonaald Tiraamp daawwannaa hojiitiif Indiyaa galan.

Pireezedaant Ameerikaa Doonaald Tiraamp daawwannaa hojii yeroo jalqabaaf Indiyaatti godhaniin kutaa biyaa Gujuraatirraa eegalaniiru.

Pireezedaantichi wayita Gujurat gahan Ministirri Muummee Indiyaa Naarendiraa Moodii simanna kan godhaniif yoo tahu,umannis bahuun isaan simateera.

Kaayyoon daawwannaa Indiyaa Pireezedaant Doonaald Tiraamp hariiroo biyyoota lamaanii cimsuudha jechuun kan gabaase BBCdha.

Facebook Comments