Shaampiyoonsi Liigii Awurrooppaa mo’atanii darbuu galgala taphatameen Riyaal maadiriidii fi Juuveentoos mo’aman.

Shaampiyoonsi Liigii Awurrooppaa mo’atanii darbuu galgala taphatameen Riyaal maadiriidii fi Juuveentoos mo’aman.

 

 

 

OBN Gur 19,2012-Shaampiyonsi Liigii Awurrooppaa mo’atanii darbuu galgala taphatameen Riyaal maadiriidii fi Juuveentoos mo’aman.

Dirree isaa irraatti Maanchisteer siitiin kan keessumesse Riyaal maadiirid 2 fi 1 mo’ame.

Gabri’eel Jiises fi Kevin De Bruyne taphattoota gooliiwwan galchani.

Liyon Diree isaa irraatti Juuventoosiin kessumessee goolii Lukaas Tousart lakkoofsiseen 1 fi 0 n mo’achuu danda’era.Madda BBC

Facebook Comments