Baankiin Adduunyaa Itiyoophiyaadhaaf gargaarsa Doolaara Miliiyoona 500 kenne.

OBN Bit.12,2012- Baankiin Adduunyaa Itiyoophiyaadhaaf gargaarsa Doolaara Miliiyoona 500 kenne.

Boordiin Daayireektaroota Baankii Adduunyaa Itiiyoophiyaadhaf gargarsaa Doolaara Miliiyoonaa 500 kan mirkaneesse yoommuu ta’u kana kessaa dolaarri Miliiyoona 250 gargaarsan, Miliiyoonni 250 immoo bifaa liqaatin kan kenname dha.

Gargaarsichis jijjirama riifoormii diinagdee biyyatti keessatti jalqabame deggaruuf jedhameera. Maddi:-ENA

Facebook Comments