Olompikiin Tookiyoo bara 2020 dheerate

Olompikiin Tookiyoo bara 2020 dheerate

 

 

OBN.B.15.2012. Olompikiin Tookiyoo bara 2020 Adooleessa 24 hanga Hagayya 9’tti dorgomamuuf ture sababa vaayirasii koronaatiin waggaa tokkoof dheerachuu isaa Koreen Olompikii Addunyaa beeksise.

Biyyoonni akka Kanaadaa fi Awustiraaliyaan dorgomicha irratti akka hin hirmaannee ibsuunsaanii ni yaadatamaa. Madda:- BBC

Facebook Comments