Addunyaa kanarraa namoonni vaayirasii koronaan qabamanii miiliyoona 3 ga’uusaa himamme.

Addunyaa kanarraa namoonni vaayirasii koronaan qabamanii miiliyoona 3 ga'uusaa himamme.

 

 

 

OBN Ebla 19,2012– Addunyaa kanarraa namoonni vaayirasii koronaan qabamanii miiliyoona 3 ga’uusaa himamme.

Ragaaleen akka mul’isanitti yeroo ammaa kana Addunyaa kanarraa namoonni vaayirasii koronaan qabamanii 3,003,392 ga’eera.

Namoonni vaayiirasii  kanaan lubbuun darbe 207,096

ga’eera.

Namoonni dhibee kanarraa bayyanatan ammoo 882,668 ga’uusaa gabaafameera.

Ameerikaan biyya lammiileen baayyinaan dhibee kanaan miidhaman taateetti.

Biyyattiitti lammiileen 987,322 dhibee kanaan qabamaniiru; laamiilee 55,415 ta’an ammoo dhibee kanaan lubbuun darbeera.

Namoonni 118,781 dhibee kanarraa bayyanataniiru.

Facebook Comments