Chaayinaan guutummaatti gara jireenya duraan turetti deebii’aa jirti.

Chaayinaan guutummaatti gara jireenya duraan turetti deebii'aa jirti.

 

OBN Ebla 28,2012-Biyyi Chaayinaan guutummaatti haala jechuun danda’amuun, haala jireenya duraan turetti deebii’aa jirti.

Paarkiiwwan banamaa jiru, lakkoofsi keessummoota paarkii kana keessatti argamu garuu kan murtaa’u ta’a jedhameera.

Magaalaa Wuhaan bakka vaayirasii koronaan jalqaba keessatti manneen barnootaa deebii’anii banamaa jiru.

Chaayinaa Hubeyitti guyyoota 32’f namni haaraan koronaavaayirasiin qabame hin jiru jedhameera.Madda:- BBC

Facebook Comments