Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Ministira Muummee Indiyaa waliin mari’atan.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Ministira Muummee Indiyaa waliin mari'atan.

 

 

OBN Ebla 28,2012-Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Ministira Muummee Indiyaa waliin mari’atan.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Ministira Muummee Indiyaa Naareendiraa Moodii waliin mari’ataniiru.

Muuxxannoo weerara vaayrasii koronaa ittisuuf hojjetamaa jirurratti mari’achuu isaanii,Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad karaa fuula Feesbuukiisaanii ibsaniiru.

Hariiroon biyyoota lamaanii bu’aa argamsiisaa jiru caalmaatti cimsuuf walii galuu isaanii Dr Abiyyi himaniiru.

Facebook Comments