Ambaassaddaaroota haaraa Itiyoophiyaa

Pireezedaanti Saahilawarqi Zawudee xalayaa Ambaassaddaaroota haaraa Itiyoophiyaatti muudaman kan biyyoota 4 simatan

Pireezedaanti Saahilawarqi Zawudee xalayaa Ambaassaddaaroota haaraa Itiyoophiyaatti muudaman kan biyyoota 4 simatan.

xalayaa muudama pireezedantittiif kan dhiyeessan Ambaassaddara Giriik Aannaa Faaruu,Ambaassaddara Jarmaan Istivaan Oori, Ambaassadara Sudaan Jaamal El-Sheeki fi Ambaassadara Mooritaniyaa Muuset Kaajiyeetu Mibaareki dha.

Ambaassaddaroonni kunneen gama isaanitin walitti dhufeenyaa biyyoota isaani fi Itiyoophiyaa gidduu jiru cimsuuf xiyyeeffannan kan hojjatan ta’u himaniiru.

Image may contain: one or more people, people standing, people sitting and indoor
Image may contain: one or more people, people sitting, people standing, suit and indoor
Image may contain: one or more people and indoor
Image may contain: one or more people, people sitting, people standing, suit and indoor
Facebook Comments