Lammiilee Itiyoophiyaa Boostan

Lammiileen Itiyoophiyaa Boostan jiraatan weerara vaayirasii koroonaa ittisuu fi too’achuuf deggarsa Doolara kuma 100tti tilamamamu taasisan

Lammiileen Itiyoophiyaa Boostan jiraatan weerara vaayirasii koroonaa ittisuu fi too’achuuf deggarsa Doolara kuma 100tti tilamamamu taasisan.

Lammiileen Itiyoophiyaa kaabaa Ameerikaa Boostanitti argaman weerara vaayirasii koroonaa ittisuu fi too’achuuf kan oolu Doolara kuma 100tti tilmamamu Deggarsa taasisuu isaani Imbaasichi beeksiseera.

Ameerikaa kaabaatti Ambaasaddarri Itiyoophiyaa obbo Fitsuum Araggaa fuula Feesbuukii isaani irraatti akka beeksisanitti, jiraattoonni Boostan deeggarsa taasisuun lammiilee magaaloota Ameerikaa kessaa jiraatan kan biroo dursuun ni beekkamus jedhaniiru.

Lammiileen Itiyoophiyaa ijaarsa hidha haroomsaaf deeggarsa taasiuun fakkeenya ta’u kan himan Ambaassaddariichi, guyyaa kaleessaa dhimmaa ijaarsa hidha haroomsaa fi dhimmoota biroo irraatti mari’achuu isaaniis beeksisaniiru.

Image may contain: 1 person, suit
Image may contain: ‎10 people, ‎text that says '‎IL uu Biruk Gebre Negalegne Meq.. kesis Hailegebrale 13102793941 Tesfaye Haile Yacob Phone8575440013 Tesfaye Abtew 420 Woubi Bekele גηe Ashebir iPhone Phone plus Dawit Balcha Abraham iPhone rahe Fitsum FitsumArega Arega iPad Netsanet ΤΑ MatthiasSolomon Matthias Solomon Aklilu Tilahun hermela mekonen Dawit Getachew‎'‎‎
Image may contain: 4 people, text that says 'Aklilu Tilahun 6177194616 Phone iPhone iPhone Mohammed Mo.. Sifeta Cherinet Mahadere Endale danie Degene iPhone8575440013 Ager' iPhone Zeegy Yemisrach's Yemisrach'siPh... iPh... Sampson Taye iPhone6 79562.. Gemechu's iPhone 星 Eskinder Tefera Abiye Gelaye fessha Seble Hailemari.. aven Abraham talekebede bede M Mekonen Helen'
Facebook Comments