Pirezidaantiin Jibuutii Ismaa’eel Omaar Gillee Finfinnee galan.

 

OBN Sad.18,2912- Pirezidaantiin Jibuutii Ismaa’eel Omaar Gillee Finfinnee galan.

Pirezidaant Ismaa’eel Omaar Gillee Finfinnee kan galan walgahii dureewwan’ IGAD’ 13ffaa boru taa’amu irratti hirmaachufi jedhame.

Pirezidaant Ismaa’eel Omaar Giilleen yeroo Finfinnee Buufata Xiyyaaraa Idil- addunyaa Boolee gahan, Pirezidaantii Itiyoophiyaa  Saahilawarq Zawudee simatan.

Facebook Comments