ministirri dhimma alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddara suudaan kibbaa waliin finfinneetti mari’atan.

Hariiroo Itiyoophiyaa fi Suudaan kibbaa

ministirri dhimma alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddara suudaan kibbaa waliin finfinneetti mari’atan.

OBN. Amajjii 1,2012 – ministirri dhimma alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddara suudaan kibbaa waliin finfinneetti mari’atan.

 

Ministeeri dhimma alaa Itiyoophiyaa obbo Gadduu Andargachaw Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara suudaan kibbaa Jeems Piitiyaa waliin mari’atan.
Qondaaltoonni lamaan dhimma naannoo fi idil-addunyaa irratti mari’atan.
Biyyoota lamaan gama misooma bu’uuraatiin daran walitti hidhuun barbaachisaa ta’uu obbo Gadduun kan dubbatan.
Ambaasaaddar Jeems gama isaanitiin Itiyoophiyaan, suudan kibbaa keessatti nageenyi waaraan akka dhufuuf gumache isheen gooteef galateefatan.
Maddi ministeera dhimma alaa Itiyoophiyaati.

Facebook Comments