Waliigalteen kun koonfiransii 2ffaa Itiyoophiyaa fi Jappaan finfinneetti taa’amaa jiru irratti kan mallatta’e.

misooma bu’uuraa

Waliigalteen kun koonfiransii 2ffaa Itiyoophiyaa fi Jappaan finfinneetti taa’amaa jiru irratti kan mallatta’e.

Ethiopian and Japanese flags. Vector illustration.

OBN. Amajjii 1,2012 – Itiyoophiyaa fi Jappaan misooma bu’uuraa irratti waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.

Waliigalteen kun koonfiransii 2ffaa Itiyoophiyaa fi Jappaan finfinneetti taa’amaa jiru irratti kan mallatta’e.

Koonfiransii kana irratti  qondaaltoonni ministeera geejjibaa biyyoota lamaanii, dhaabbileen biyya keessaa fi kubbaaniyyoonni Jappaan 20 nni hirmaachaa jiru jedhame.

Jappaan ijaarasa misoomawwan bu’uuraa irratti muuxannoo waan qabduuf Itiyoophiyaaf carraa gariidha jedhan ministirri geejjibaa Aadde Daagimaawiit Mogos.

Ragaan ministeericha irraa arganne akka agarsiisutti, Koonifirasicha irratti hojiiwwan hanga yoonatti hojjetaman qorachuun kallattiin fuula duraa ni akekama jedhame.

Facebook Comments