Nageenyi Lammilee Itiyoophiyaa Afrikaa Kibbaatti

Nageenyi Lammilee Itiyoophiyaa Afrikaa Kibbaatti haala gaariin akka eeggamuuf waliigalameera.

Nageenyi Lammilee Itiyoophiyaa Afrikaa Kibbaatti haala gaariin akka eeggamuuf waliigalteerraa gahamuu Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad ibsan.

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad akka fuula feesbuukii isaaniratti amma bareessanitti guyyoota darban biyyoota Afrikaa sadii daawwannaa hojiif deemaniin wantoota heedduu irratti marii goochusaanii ibsaniiru.

Keessuma daawwii Afrikaa kibbaatti goodhaniin wantoota heedduu irratti marii’achusaanii, fi nageenyi lammiilen Itoophiyaa biyya sana jiranii haala gaariin akka eegamuf walii galleerra jedhan.

Waan hundumaa caala nageenya lammiilee mirkaneessuun hojii nama gammachiisudhas jedhan.

Namni hunduu waardiyyaa nageenyaa ta’ee nageenya lammiiwwan keenyaa tiksuu qabas jechuunn dhaaman.

Facebook Comments