”Gamtaan Afrikaa erga hundeeffame kaase Itiyoophiyaan cimina dhaabbatichaaf bu’uura jabduudha.”Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.

'Gamtaan Afrikaa erga hundeeffame kaase

”Gamtaan Afrikaa erga hundeeffame kaase Itiyoophiyaan cimina dhaabbatichaaf bu’uura jabduudha.”Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad xumuramuu Yaa’ii Dureewwan Gamtaa Afrikaa ilaalchisee ergaa dabarsaniin, Gamtaan Afrikaa erga hundeeffame jalqabe Itiyophiyaan cimina Gamtichaaf bu’ura jabduu tahuun tajaajiltettii jedhan.

Itiyoophiyaan bilisummaa fi Tokkummaa Afrikaanootaaf tumsaa turuu ishee fi ammas tattaaffiirra jiraachuu kan eeran Dr.Abiyyi,qabsoo fi tattaaffiin kun eejjannoo Mootummaa darbanis jedhan.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad ilaalcha ida’amuutiin dandeettii fi tokkummaa keessoo keenyaa uumnee Afrikaa fooyyee qabdu gara ijaaruutti cehuu qabnas jedhan.

Facebook Comments