Deeggarsi meeshaalee Somaaliyaa fi Taanzaaniyaaf ergame.

Deeggarsi meeshaalee Somaaliyaa fi Taanzaaniyaaf ergame.

 

 

OBN.B.15.2012.Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Har’a waaree booda meeshaaleen ittisa #COVID-19 f oolanii fi @JackMa fi @AlibabaGroup irraa deeggarsaan argaman marsaan lammaffaa #Somaaliyaafi#Taanzaaniyaaatti ergamuu himan.

Waliin taanee tarkaanfiiwwan sirrii ta’an qofa fudhachuudhaan gaaga’ama hamaa Vaayirasichi hawaasa keenyarraan gahuu danda’u deebisuu ni dandeenya; ni raawwannas jedhaniiru

Facebook Comments