Loltoonni Soomaliyaa garee shoroorkeesitoota Alsheebab 142 ajjeesuusaanii himame.

Loltoonni Soomaliyaa garee shoroorkeesitoota Alsheebab 142 ajjeesuusaanii himame.

 

 

OBN Bit.21,2012 – Loltoonni Soomaliyaa garee shoroorkeesitoota Alsheebab 142 ajjeesuusaanii himame.

Loltoonni Biyyaalessaa Soomaliyaa garee shoroorkeesitoota Alsheebab 142 irratti kaleessa tarkaanfii fudhataniiru.

Tarkaanfiin kun karaa kibbaa kan argamtu magaaalaa Janaallee yoo ta’u namoota du’aniin dabalata namoonni 29 madaa’uu akkasumaas namoonni 18 to’anna jala oolutu himame.

Hogganaan Loltoota biyyaaleessa soomaliyaa Osmaan Shabalee garee shoroorkesitoota alsheebab  akka du’anii fi garicha wajjiin waliitti dhufeenya kan qabanis to’anna jala oolu dubbatan.Madda CGTN

Facebook Comments