IMF keeniyaa doolara miiliyoona 700fi miliyoona 39 mirkaneesse

Fandiin maallaqa Idi-Addunyaa keeniyaaf deeggarsa doolaara miliyoona 700fi miliyoona 39 mirkaneesse.

Fandiin maallaqa Idi-Addunyaa keeniyaaf deeggarsa doolaara miliyoona 700fi miliyoona 39 mirkaneesse.

Maallaqni kun hojii to’annoo tatamsa’ina vaayireesii Koronaaf biyyittiin hojjettu deeggaruuf kan ooludha.

Yeroo ammaa tatamsa’inni vaayireesii kanaa babal’achuun yeroo biyyittiin itti deeggarsa biyyoota alaa barbaaddu irra geese waam ta’eef murtee kana fudhachuu dhaabbatichi beeksiseera.

 

Vaayireesiin kun seektera dinagdee biyyittii keessattuu qonna baay’ee akka miidheefi Turiizimiin biyyattiifi maallaqni lammiileen biyya alaa jiraatan gara biyyaatti ergan dhaabachuunis qormaata guddaa itti ta’ee jira jechuun Biluumbargi gabaaseera.

Facebook Comments