Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad har’a ganama daawwannaa hojiitiif

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad har'a ganama daawwannaa hojiitiif gara Sudaan,Kaartuumitti imalaniiru.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad har’a ganama daawwannaa hojiitiif gara Sudaan,Kaartuumitti imalaniiru.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad turtii isaanii Sudanitti,aangaa’ootaa olaanoo biyyatti waliin dhimma waloo biyyoota lameenii irratti akka mari’atan ragaan Waajjira Ministiira Muummeerraa arganne ni muldhisa.

Dr. Abiyyi Ahimad Preezedaantii Mana Maree Walabummaa Sudaan Leetnaal Jeneraal Abduul Fataah Alburhaanii fi Muummee Ministiraa Abdallaa Hamdook waliin hariiroo biyyoota lamaaniirratti ni mari’atu.

Facebook Comments