Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad daawwannaa hojiif Giinii Koonaakriitti imalan.

OBN Mud. 29,2012- Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad daawwannaa hojiif Giinii Koonaakriitti imalaniru.

Magaalaa gudditti biyyatti Koonaakri wayita gahanis Pireezidaanti Alfaa Koondeen simatamaniru.

Daawwannaan Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahmad, hariiroo biyyoota lameeni guddisuuf kan gargaaruu tahuu himameera.

Pireezidaanti Alfaa Koondeen, bara darbe Itoophiyaa daawwachuusaani ni yaadatama.

 

Facebook Comments