Dhaabbilee sadiif eeyyamni hojii albuuda baasuu kennameefi

OBN Caamsaa 29, 2011 – Ministeerri Albuudaa fi Inarjii naannoo Beenishaanguul Guumzitti dhaabbilee barbaachaa fi oomisha albuudaarratti bobba’uuf gaafatan 3f eeyyama laate.

Dhaabbileen kanneen barbaachaa fi oomishaaf Birrii miiliyoona 29 fi kuma dhibba 2 fi kuma 68 ramadaniiru.

Dhaabbilee Shaa’idaa’ii, WFW Maayniingii fi Viinteej Ekispilooreeshin jedhamaniifi eeyyamni qorannaa 2 fi oomishaa 1 kan laatame ta’uu FBCn gabaaseera.

 

Facebook Comments