Komishiniin misooma fi karooraa Faandii tirasti waliin hojjechuufi

Komishiniin misooma fi karooraa waajjira Faandiin tirasti daayispoora Itiyoophiyaa waliin hojjechuufi.

OBN Ado. 12, 2011 – Qaamoleen lamaan damee teeknikaa fi dhimmoota deeggarsa waliin isaan barbaachisuu kamirrattuu waliin hojjechuuf waliigalaniiru.

Image may contain: 2 people, people smiling, people sitting

Waligaltee kana gama Komishinii misooma fi karooran kan mallatteessan Dr. Fitsuum Asaffaa yoo ta’u gama Waajjira Faandii tirasti daayispooraa Itiyoophiyaan Daarektara olaanaan Obbo Fiqiree Zawudeetu mallatteesse.

Kominishiniin misooma fi karoora, waajjira faandii tirasti daayispooraa Itiyoophiyaaf deeggarsa teeknikaa akka kennuu waliigalameera.

Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad lammiileen Itiyoophiyaa biyyoota addunyaa adda addaa jiraatan misooma biyya isaanii tumsuf wanta qabaniirra guyyaatti doolaara Ameerikaa tokko akka gumachaan waamicha dhiyeessuun isaanii ni yaadatama. Suuran kan FBCti.

Facebook Comments