Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Afrikaa kibbaattin waliigalteewwan mallataa’an xiyyeefannoon kan hordofan tahuu ibsan.

Afrikaa kibbaa waliin  waliigalteewwan

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Afrikaa kibbaa waliin  waliigalteewwan mallataa’an xiyyeefannoon kan hordofan tahuu ibsan.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad fuula feesbuuki isaaniratti akka barreessanitti, Afrikaa Kibbaatti waliigalteewwan mallataa’an xiyyeefannoo addaatiin kan hordofan tahu himaniiru.

Istaadiyoomii Impeeriyaal Waandararsitti lammileen Itiyoophiyaa simannaa dansaa godhanfiis galateeffataniiru.

Facebook Comments