Mariin obbolummaa ummata Oromoo fi ummata Affaar Adaamatti eegalamee jira.

Waltajjii marii obbolummaa kanaarratti Pireezidaantii Itti aanaa Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaa argamaniiru.

Kanamalees qondaaltonni olaanoo mootummaa naannolee lameenii dabalatee jaarsoolii biyyaa fi bakka bu’oonni ummataa hirmaachaa jiru.

Facebook Comments