Manni Marii Minsitirotaa walga’ii Idilee 71ffaa taa’e.

Walga'ii idilee kanaan wixinee baajataa bara 2012 irratti mari'achuun kallattii kaa'era

OBN 01 10 2011 – Manni Marii Minsitirotaa walga’ii Idilee 71ffaa taa’e.
Walga’ii idilee kanaan wixinee baajataNo photo description available.a bara 2012 irratti mari’achuun kallattii kaa’era.
Qoodinsa baajataa bu’uura Manni Marii Federeeshinii dhiyeessen manni marii Ministirotaa kun walga’ii har’a taa’een baajanni waliigala Itiyoophiyaa bara hojii 2012 Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 86 fi miiliyoona 900 fi miiliyoona 54 fi Kuma 900 fi Kuma 65 fi 289 akka ta’u dhiyaate jiraachuu Waajjira Ministeera Muummichaara odeeffannee.

Image may contain: 1 person, sitting, living room and indoor
Facebook Comments