Ashaaraa Magariisummaa Shawaa Lixaa

Godina Shawaa Lixaatti guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 22 dhaabuuf karoorfame keessaa biqiltuun Miiliyoonni 19 fi Kumni dhibba 6 dhaabate.

OBN Ado.22, 2011 – Dhaabbi biqiltu kanaarratti qaamoleen hawaasa hundi, Dhaabbilee amantaa, waldaleen geejjibaa hojjettoonni dhabbilee dhunfaa fi mootumma hirmaataniiru.

Image may contain: 2 people, people standing and outdoor

Koree guyyaa boriirraa eegalee sadarkaa biqiltuun kun irra jiru qoratus hundaa’era.

Image may contain: one or more people, grass, crowd, outdoor and nature

Akka ragaan wajjira qonnaa fi qabeenya uumamaa godina shawaa lixaa irraa argame mulisutti Kununsa isaatifis karoorri qophaa’era jechuun Yeroon Toleera gabaasera

Facebook Comments