Biqiltuu dhaabu, kunuunsuu fi magariisummaa kan jaalannu ta’uu qabna

Hojii lammiileen Itiyoophiyaa guyyaa har'aa hojjetan mootummaa kan boonsee fi gammachise ta'uu Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad himan.

BN Ado. 22, 2011 – Lammiin biyyattii hundi biqiltuu kan dhaabnu, kan kunuunsinuu fi magariisummaa kan jaalannu ta’uu qabna- Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahmad.

Image may contain: one or more people, plant, shoes, tree, outdoor and nature

Karoorri biqiltuu dhaabuuf qabame garuu waan hin milkoofneef aniis boruurraa qabee hanga karoorri keenya milkaa’utti naan dhaaba isinis dhaabaa jedhan.

Akka Itiyoophiyaatti bara kana bqiltoota Biiliyoona 4 dhaabuuf karoorfamuun ni yaadatama.

Facebook Comments