Hojjetoonni OBN biqiltuu dhaaban

OBN Ado. 22, 2011 – Hojii Ashaaraa Magariisummaa guyyaa har’aa iddoo adda addaatti hojjetamaa jiruurraatti hojjetoonni OBN biqiltuu dhaabaniiru.

Image may contain: 1 person, plant, child, tree and outdoor

Hojii Ashaaraa Magariisummaa kanaarratti hoggantoonni olaanaa OBN fi hojjetoonni argamaniiru.

Image may contain: 2 people, people standing, tree, grass, plant, child, outdoor and nature

Mooraa OBN, Paarkii Indaastirii Adaamaa fi Addabaabayii Abdiisaa Aagaarratti biqiltuu dhaabaniiru.

Kana malees karaalee miidiyaa hawaasaa, TV fi Raadiiyoon tamsaasa kallattiin ijaa fi gurra hawaasaa biraan ga’aa oolaniiru.

 

Facebook Comments