Humnaa fi jeequmsaan nageenyi hin argamu

OBN Ado. 22, 2011 –  Dr Abiyyi Istaadiyamii Walaayittaatti argamuun haasaa taasisaniin tasgabbii fi araaran malee, humnaa fi jeequmsaan nageenyi argamu akka hin dandeenye himan.

Image may contain: 3 people

Walitti bu’iinsaa fi waraanni badiinsa lubbuu, qaama, qabeenya dadhabbiin horanne, geesisuurraan kan hafe bu’aa biraa hin qabu jedhaniruu jechuun FBC tu gabaase.

Facebook Comments