Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen hambaalee Goondar daawwatan

BN Ado. 22, 2011 – Gamoo Faasiil, mana amantaa Sillaasee Dabra Birihaanii fi iddoo cuuphaa daawwataniiru.

Image may contain: 4 people, people standing and outdoor

Yuunvarsiitii Goondaritti Hoospitaala Ispeeshaalaayizdii wiirtuu wallaansa deddeebi’anii yaalamuu daa’immanii fi hawwanii daawwataniiru.

Daawwicharratti pireezidaantiin naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xiruunee fi hoggansi biroo hirmaataniiru jedha gabaasni FBC.

Facebook Comments