Dr Abiyyi Ahimad bakka bu’oota Mana maree waliigalaa Islaamaa fi miseensa koree fala barbaadduu Islaamaa waliin mari’atan

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad bakka bu’oota Mana maree waliigala Islaamaa fi miseensa koree fala barbaadduu Islaamaa waliin mari’atan.

Marichi guyyaa har’aa Fulbaana 7, 2012 Waajjira Muummicha Ministiraatti taa’ame.

Miseensoonni kunneen obboloota amantii kiristaanaa hordofaan kabajuun sagantaa qulqullinaa ayyaana masqalaa dura taasifamu irratti hirmaachuuf fedhii akka qabaan ibsuu Waajjira Muummee Ministiraarraa odeeffanneerra.

Facebook Comments