Irreecha Birraa Hora Finfinneetti Fulbaana 24 kabajamuuf caasaan nageenyaa qophii xumuruu Biiroon Bulchinsaa fi Nageenya Oromiyaa beeksise.

Hogganaan Biiroo Bulchinsaa fi Nageenya Oromiyaa Dr.Qana’aa Yaadataa gaaf-deebii OBN waliin godhaniin akka jedhanitti , Hora Finfineetti waggaa 150 booda qabsoo ummanni Oromoo godheen Irreechi baranaa iddotti deeb’uu eeranii,  sina kabaja ayyaana Hora Finfinneef caasan nageenya Oromiyaa qophiidha jedhan.

Sirna kabaja Irrecha baranaa milkiin xumuruuf, Ummanni akkuma barame Caasaa naqeenyaa waliin nageenya isaa tikfachuu qabas jedhaniiru.

Nageenyi kan ummataa ta’uun hubatamee, hundu nageenya ofii eeguuf hirmaachuu akka qabuus dhaamaniiru.

Facebook Comments