Muummichi Ministraa Dr. Abiy Ahimad Godina Hadiyyaa,magaalaa Hoosa’inaa galaniiru.

Muumichi Ministra Dr. Abiy Ahimad hawaasa waliin marii'achuuf magaalaa guddiitti Godina Haadiyyaa,

Muummichi Ministraa Dr. Abiy Ahimad Godina Hadiyyaa,magaalaa Hoosa’inaa galaniiru.

Muumichi Ministra Dr. Abiy Ahimad hawaasa waliin marii’achuuf magaalaa guddiitti Godina Haadiyyaa, Hosa’inaa wayita gahan jiraattootaan haala bareeda ta’een simatamaniiru.

Dooktar Abiy  jiraattoota godinicha irra walitti babba’aan waliin dhimmoota garaa garaa irratti ni mari’atu jedhameera.

Facebook Comments