Akkaadaamiin Leenjii Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Paayileetotaa fi ogeeyyii suphaa xiyyaaraa waggoota sadiif leenjisaa ture har’a eebbise.

Akkaadaamiin Leenjii Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Paayileetotaa fi ogeeyyii suphaa xiyyaaraa waggoota sadiif leenjisaa ture har'a eebbise.

Akkaadaamiin Leenjii Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Paayileetotaa fi ogeeyyii suphaa xiyyaaraa waggoota sadiif leenjisaa ture har’a eebbise.
Sirnicharratti Itaamaajor Shuumii Itti aanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Janaraal Biraanuu Juulaa fi Ajajaan humna Qilleensaa Itiyoophiyaa, Birgaadar Janaraal Yilmaa Mardaasaa argamaniiru.
Ergama biyya eeguu itti kenname ciminaan ba’achaa kan jiru humni Qilleensaa Itiyoophiyaaa humna namaa fi Tekinooloojii ammayyaan of ga’oomsaa jira jedhameera.
Helikooptaroonni haaraa galanii fi pirojektiiwwan babal’isuu hojjetamaa turanis keessummootaan daawwatamaa jiru.Fayyeera Fufaatu gabaase.

Facebook Comments