Atleet Yoomiif Qajeelchaa Shaampiyoona Atileetiksii Addunyaa Dohaaratti fiigicha meetiira kuma kudhaniin meedaaliyaa meetii biyyaaf argamsiise.

Atleet Yoomiif Qajeelchaa sa’aatii 26:49:34 xumuruun midaaliyaa meetii injifate. Andualem Balihu fi Hagoos Gabrahiwat 5ffaa fi 9ffaa bahuun xumuran.

Facebook Comments