Ayyaana Irreechaa Hora Finfinneetti irreeffatamu sababeeffachuun meeshaleen Aadaa Oromoo bifa ho’aan Jiddu Gala Izibiishinii bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti gurguramaa jira.

Ayyaana Irreechaa Hora Finfinneetti irreeffatamu sababeeffachuun meeshaleen Aadaa Oromoo bifa ho'aan Jiddu Gala Izibiishinii bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti gurguramaa jira.

Ayyaana Irreechaa Hora Finfinneetti irreeffatamu sababeeffachuun meeshaleen Aadaa Oromoo bifa ho’aan Jiddu Gala Izibiishinii bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti gurguramaa jira.

Baazaarichi Fulbaana 18- 28, 2012tti tura.

Baazaricha irratti lammiileen Itiyoophiyaa fi biyya alaa irratti hirmaataniiru.

Namoonni baazaaricha irratti hirmaatanii yaada isaanii OBNf kennan tokko tokko akka jedhanitti, meeshaleen aadaa Oromoo haala kanaan Finfinneetti gurguramuufi Irreechi Hora Finfinnee Waggaa 150 booda Finfinneetti kabajamuun kan isaan gammachiise ta’uu himaniiru.

Gammachiis Zawduutu gabaase.

Facebook Comments