Badhaasa idil addunyaa Noobeelii Nageenyaa kan bara 2019 Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad injifachuu isaaniitiin hiriirri gammachuu fi deeggarsaa boru guutuu Oromiyaatti akka bahamu himame.

Hirirri kun Onkoloolessa 2 bara 2012 ganama sa’a 2:00 irraa eegalee magaalota gurguddoo godinaalee 20 fi bulchiinsa magaalotaa 19 keessatti ni gaggeeffama.
Hiriira Deeggarsaa fi gammachuu Oromiyaa kanaafiis caasaan nageenyaa fi hoggansi sadarkaan jiru qophii gahaa akka taasisan kallattiin kan kaa’ame ta’uu Hogganaan Waajjira ODP Giddu Galeessaa Obbo Addisuu Araggaa ibsuusaanii Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii MNO tu gabaase.

Facebook Comments