Eebba Paarkii Tokkummaa irratti hirmaachuuf Hooggantoonni Biyyoota Afrikaa Bahaa Finfinnee galan.

Eebba Paarkii Tokkummaa irratti hirmaachuuf Hooggantoonni Biyyoota Afrikaa Bahaa Finfinnee galan.

Eebba Paarkii Tokkummaa irratti hirmaachuuf Hooggantoonni Biyyoota Afrikaa Bahaa Finfinnee galan.
Pirezedaantii Yuugaandaa Yuweerii Museevenii, Pirezedaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaata,Pirezedantii Somaaliyaa Mohaammad Abdullahii Mohaammad, Pireezidaantiin Suudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardiit, fi Ministira Muummee Suudaan Abdallaah Amdook Finfinnee galaniiru.

Minstirri Muummee,Dr Abiyyi Ahmadis hooggantoota kanneen simataniiru.

Facebook Comments