Ijaarsi Hospitaala Sabbataa addaan citee ture bajata Biiroon Egumsa Fayaa Oromiyaa ramade birrii miliyoona 400 oliin ijaarsa isaa xumuruuf hojjetamaa jira.

Hojii hospitaalacha xumursiisuu guyyaa har’aa bakka hogganaan Biiroon Fayyaa Oromiyaa Dr.Darajjee Dhugumaa fi kantiibaan magaalaa Sabbataa obbo Birhaanuu Baqqalaa fi jiraattoonni magalichaa argamanitti jalqabameera.

Dhaabbanni piroojakticha akka xumuruuf fudhate dhaabbanni ijaarsaa ‘yoot’ piroojakticha guyyoota 740 keessatti xumuruuf kontiraata fudhatuus guyyaa qabame asitti xumuruuf kan hojjetu ta’uun ibsameera.

Sadrkaa piroojakticha irra jiruus daawwatameera. Girmaa Hundeetu gabaase.

Facebook Comments