Irreechi Hora Finfinnee nagayaan kabajamuu Koomiishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise.

Irreechi Hora Finfinnee nagayaan kabajamuu Koomiishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise.

Irreechi Hora Finfinnee nagayaan kabajamuu Koomiishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise.

Jiraattonni Magaalaa Finfinnee fi hirmaattonni ayyaanichaa, qophichi nagayaan akka xumuramuuf naamusa agarsiisan dinqisiifateera.

Koomiishinichi ayyaanichi nagayaan akka kabajamu Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa, Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI, Koomiishiniin Federaalaa, Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyoolessaa fi qaamoleen biroo tumsa taasisuu eerera.

Dargaggoota hojii nageenyaa tumsaa turan maras koomiishinichi galateeffateera.

Facebook Comments