Komishiniin Poolisii Federalaa tumsaa fi deeggarsi ummanni kabaja ayyaana Irreechaaf taasise galateeffateera.

Ayyaanni Irreecha Fulbaana 24 fi 25, 2012 Magaalaa Finfinnee fi Bishooftutti kabajamun isa ni yaaddatama.

Ayyaanichi nagayaan akka kabajamuuf tumsaa fi deeggarsa uummanni taasiseef komishinichi galata dhiyyeesseera.

Komishinichi Raayyaan miseensoota eegumsa nageenya irratti bobbaatan ciminaa fi bilchiinaan erga biyyaa isinitti kenname waan bataaniif galatooma jedheera.

“Ummannii fi poolisiin waliin ta’ee yoo hojjette rakkoon negeenya akka hin jirre mirkaneeffannera” jechuun komishiniin poolisii Federalaa ityoophiyaa galata isaa ibseera.

Facebook Comments