konfiransiin Nageenyaa Harargee 2fi Naannoo Hararii fi Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa hirmaachise taa’ameera.

konfiransiin Nageenyaa taa'ameera.

konfiransiin Nageenyaa Harargee 2fi Naannoo Hararii fi Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa hirmaachise taa’ameera.

Bakka Ministirri Muummee Dr. Abiyi Ahimadii fi Ministeerri Raayyaa Ittisa biyyaa Dr. Kabajaa Lammaa Magarsaa argamanitti Konfiransiin Nageenyaa qaamolee hawaasaa adda addaa waliin Godinaalee Hararage baha fi Lixaa,Naannoo Hararii fi magaalaa Dirree Dhawaa guyyaa har’aa magaalaa Harar Galma Calanqootti taa’ameera.

Hirmaattoota irraa gaaffii fi yaadoonni baayyeen ka’aniiru.

Gaaffiilee ka’aniifiis Obbo Lammaa fi Dr. Abiyyi wal duraa duubaan deebii keennaniiru.

Tokkummaan Ummata Baha Itoophiyaa akkuma durii cimuu akka qabuus dhaamammeera.

Biyya Jaalalaa fi Gootaa Harargeen nagaya dhabuu hin qabdu, nagaya keessan immoo tikfadhaan gorsa hoggantoota kanninii ture.

Facebook Comments