Koreen Giddu Galeessaa ODP Yaa’ii Idileesaa Finfinneetti taa’aa jira.

Koreen Giddu Galeessaa ODP Yaa’ii Idileesaa Finfinneetti taa'aa jira.

Koreen Giddu Galeessaa ODP Yaa’ii Idileesaa Finfinneetti taa’aa jira.

Koreen kun raawwii akka paartii fi Mootummaatti ture qorachuun hanqinaalee fi ciminoota jiranirraatti marii’atee kallatti ni kaa’a jedhameera.

Dhimma tokkummaa keessoo paartii fi rifoormiin paartilees ajandaa marii kanaati.

Dhimmoota jijjirama kanatti gufuu ta’anis adda baasuun kallaattiin akka kaa’amu Itti Gaafatamaan Waajjira ODP Giddu Galeessaa, Obbo Addisuu Araggaa OBNitti himaniiruu.

Korichi Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad badhaasa Nobeelii nageenyaa injifachuu isaanii sababeeffachuun kennaa kennaniifiru. Caalaa Barakaatu gabaase.

Facebook Comments