Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Hojii Bara 2012 Boru Eegala.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Hojii Bara 2012 Boru Eegala.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Hojii Bara 2012 Boru Eegala.
Sirna baniinsa Yaa’ii kanaratti pirezedaant Sahilwarq Zawudee Manneen maree lameeniif haasawa ni godhu.
Sagantaa kanaratti dipplomatonni biyyoota gara garaa, bakka bu’oonni paartilee siyaasaa ,abbootiin amantaa fi keessumonni biro kan irratti qooda fudhatan tahuu ragaan Mana Marichaarra argannen hubatameera.
OBN Sagaleen Ummataas dhimma kana kalattiin waan tamsaasuuf hordofaa.

Facebook Comments