Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Badhaasa Noobeelii carraa injifachuu qabu jedhame.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Badhaasa Noobeelii carraa injifachuu qabu jedhame.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Badhaasa Noobeelii carraa injifachuu qabu jedhame.

Badhaasni Noobeelii namoota muummeewwan garaagaran addunyaaf waan guddaa gumaachaniif kennamu kan bara 2019 ifa tahuu eegaleera.
Barruun ‘Time’ badhaasa Noobeelii kan nagaaf kadhimamtoota 4 injifachuuf carraa guddoo qabu jedhe beeksiseera.
Isaanis shamarree waggaa 16 gara caalu dhimma jijjiirama qilleensaarratti hojjechuun beekamtu – Greta Thunberg, Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad (PhD), Ministirri Muummee Niiwziilaand Jasiindaa Ardern fi bosona Amaazooniin balaarraa iittisuun kan beekamu Ra’uuni Metuktaayer.
Badhaasa Noobeelii nagaa bara kanaaf kaadhimatootni 301 galmaahuu koreen badhaasichaa beeksisuun bu’aasaa iftan akka ifoomsuus beekkameera.

Facebook Comments