Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad jila Pireezidaantii Fiinlaandi Saawulii Niisiitoo waliin mari’atan.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad jila Pireezidaantii Fiinlaandi Saawulii Niisiitoo waliin mari'atan.

Pireezidaantichi Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad badhaasa Noobeelii Nageenyaa argachuu isaanitiif gammachuu itti dhagahame ibsataniiru.

Facebook Comments